Maatewos 18:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 achiis akkana jedhe: “Dhuguman isiniin jedha, deebitanii* akka ijoollee yoo taatan+ malee matumaa Mootummaa samiitti hin galtan.+ Maarqos 10:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Yesuus yeroo kana argu aaree akkana isaaniin jedhe: “Mootummaan Waaqayyoo warra akkanaatiif waan taʼeef, ijoollee xixinnoon gara koo haa dhufan, isaan dhowwuuf hin yaalinaa.+ Luqaas 18:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Haa taʼu malee, Yesuus daaʼimman sana ofitti waamee akkana jedhe: “Mootummaan Waaqayyoo warra akkanaatiif waan taʼeef,+ ijoollee xixinnoon gara koo haa dhufan, isaan dhowwuuf hin yaalinaa.
3 achiis akkana jedhe: “Dhuguman isiniin jedha, deebitanii* akka ijoollee yoo taatan+ malee matumaa Mootummaa samiitti hin galtan.+
14 Yesuus yeroo kana argu aaree akkana isaaniin jedhe: “Mootummaan Waaqayyoo warra akkanaatiif waan taʼeef, ijoollee xixinnoon gara koo haa dhufan, isaan dhowwuuf hin yaalinaa.+
16 Haa taʼu malee, Yesuus daaʼimman sana ofitti waamee akkana jedhe: “Mootummaan Waaqayyoo warra akkanaatiif waan taʼeef,+ ijoollee xixinnoon gara koo haa dhufan, isaan dhowwuuf hin yaalinaa.