Maatewos 18:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Kanaafuu, namni akka mucaa xinnoo kanaatti gad of qabu kam iyyuu, Mootummaa samii keessatti hundumaa irra kan caalu taʼa;+ Maatewos 19:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Taʼus Yesuus, “Mootummaan samii warra akkanaatiif waan taʼeef, ijoollee xixinnoon gara koo haa dhufan, dhiisaa, isaan dhowwuuf hin yaalinaa”+ jedhe. Luqaas 18:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Haa taʼu malee, Yesuus daaʼimman sana ofitti waamee akkana jedhe: “Mootummaan Waaqayyoo warra akkanaatiif waan taʼeef,+ ijoollee xixinnoon gara koo haa dhufan, isaan dhowwuuf hin yaalinaa. 1 Pheexiros 2:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Akka ijoollee reefuu dhalataniitti+ dubbii aannanii isa makaa hin qabne* dharraʼaa; kunis karaa isaa gara fayyinaatti akka guddattaniifi;+
4 Kanaafuu, namni akka mucaa xinnoo kanaatti gad of qabu kam iyyuu, Mootummaa samii keessatti hundumaa irra kan caalu taʼa;+
14 Taʼus Yesuus, “Mootummaan samii warra akkanaatiif waan taʼeef, ijoollee xixinnoon gara koo haa dhufan, dhiisaa, isaan dhowwuuf hin yaalinaa”+ jedhe.
16 Haa taʼu malee, Yesuus daaʼimman sana ofitti waamee akkana jedhe: “Mootummaan Waaqayyoo warra akkanaatiif waan taʼeef,+ ijoollee xixinnoon gara koo haa dhufan, isaan dhowwuuf hin yaalinaa.
2 Akka ijoollee reefuu dhalataniitti+ dubbii aannanii isa makaa hin qabne* dharraʼaa; kunis karaa isaa gara fayyinaatti akka guddattaniifi;+