Maatewos 5:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 “Yommuu namoonni waaʼee kootiif jedhanii isin arrabsan,+ isin ariʼatanii+ fi sobaan wanta hamaa hundumaa isin irratti dubbatan gammadaa.+ Hojii Ergamootaa 14:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Achitti, “Mootummaa Waaqayyootti galuuf rakkina hedduu keessa darbuu qabna”+ jedhanii amantiitti cimanii akka jiraatan jajjabeessuudhaan barattoota* ni cimsan.+
11 “Yommuu namoonni waaʼee kootiif jedhanii isin arrabsan,+ isin ariʼatanii+ fi sobaan wanta hamaa hundumaa isin irratti dubbatan gammadaa.+
22 Achitti, “Mootummaa Waaqayyootti galuuf rakkina hedduu keessa darbuu qabna”+ jedhanii amantiitti cimanii akka jiraatan jajjabeessuudhaan barattoota* ni cimsan.+