Maatewos 24:44 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 44 Kanaafuu, isinis Ilmi namaa saʼaatii isin hin yaadnetti waan dhufuuf qophaaʼoo taʼaa.+ Maatewos 25:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 “Egaa, isin guyyichas taʼe saʼaaticha waan hin beekneef+ dammaqaa eegaa.+ Mulʼata 3:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Kanaafuu, wanta fudhattee fi dhageesse yeroo hunda yaadadhu; akkasumas eeguu kee itti fufi, yaada kees geddaradhu.+ Yoo dammaquu baatte garuu, ani akka hattuutti sitti nan dhufa,+ saʼaatii akkamiitti akkan sitti dhufus matumaa hin beektu.+
3 Kanaafuu, wanta fudhattee fi dhageesse yeroo hunda yaadadhu; akkasumas eeguu kee itti fufi, yaada kees geddaradhu.+ Yoo dammaquu baatte garuu, ani akka hattuutti sitti nan dhufa,+ saʼaatii akkamiitti akkan sitti dhufus matumaa hin beektu.+