Maatewos 26:31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 Achiis Yesuus akkana isaaniin jedhe: “‘Ani tiksee sana nan rukuta, tuutni hoolotaas ni bittinnaaʼu’+ jedhamee waan barreeffameef, halkan kana hundi keessan sababii kootiin ni gufattu. Maarqos 14:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Yesuusis akkana isaaniin jedhe: “‘Ani tiksee sana nan rukuta,+ hoolonnis ni bittinnaaʼu’+ jedhamee waan barreeffameef, hundi keessan iyyuu ni gufattu. Yohaannis 10:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Ani tiksee gaarii dha;+ tiksee gaariin hoolota isaatiif jedhee lubbuu isaa dabarsee ni kenna.+
31 Achiis Yesuus akkana isaaniin jedhe: “‘Ani tiksee sana nan rukuta, tuutni hoolotaas ni bittinnaaʼu’+ jedhamee waan barreeffameef, halkan kana hundi keessan sababii kootiin ni gufattu.
27 Yesuusis akkana isaaniin jedhe: “‘Ani tiksee sana nan rukuta,+ hoolonnis ni bittinnaaʼu’+ jedhamee waan barreeffameef, hundi keessan iyyuu ni gufattu.