Yohaannis 14:30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 Bulchaan addunyaa kanaa+ dhufaa waan jiruuf, ani kana caalaa isinii wajjin hin dubbadhu; inni dhiibbaa ana irratti gochuu hin dandaʼu.+ Hojii Ergamootaa 14:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Achitti, “Mootummaa Waaqayyootti galuuf rakkina hedduu keessa darbuu qabna”+ jedhanii amantiitti cimanii akka jiraatan jajjabeessuudhaan barattoota* ni cimsan.+ 1 Yohaannis 4:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Yaa ijoolle, isin kan Waaqayyoo ti; inni isinii wajjin tokkummaa qabu+ isa addunyaa wajjin tokkummaa qabu+ sana waan caaluuf, isin isaan mootaniittu.+ 1 Yohaannis 5:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 sababiin isaas, namni* Waaqayyo irraa dhalate hundi addunyaa ni moʼa.+ Addunyaa akka moonu kan nu dandeessise immoo amantii keenya dha.+ Mulʼata 3:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Akkuma ani injifadhee Abbaa koo wajjin teessoo isaa irra taaʼe,+ inni injifatu+ anaa wajjin teessoo koo irra akka taaʼu isaaf nan heyyama.+
30 Bulchaan addunyaa kanaa+ dhufaa waan jiruuf, ani kana caalaa isinii wajjin hin dubbadhu; inni dhiibbaa ana irratti gochuu hin dandaʼu.+
22 Achitti, “Mootummaa Waaqayyootti galuuf rakkina hedduu keessa darbuu qabna”+ jedhanii amantiitti cimanii akka jiraatan jajjabeessuudhaan barattoota* ni cimsan.+
4 Yaa ijoolle, isin kan Waaqayyoo ti; inni isinii wajjin tokkummaa qabu+ isa addunyaa wajjin tokkummaa qabu+ sana waan caaluuf, isin isaan mootaniittu.+
4 sababiin isaas, namni* Waaqayyo irraa dhalate hundi addunyaa ni moʼa.+ Addunyaa akka moonu kan nu dandeessise immoo amantii keenya dha.+
21 Akkuma ani injifadhee Abbaa koo wajjin teessoo isaa irra taaʼe,+ inni injifatu+ anaa wajjin teessoo koo irra akka taaʼu isaaf nan heyyama.+