LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Yohaannis 8:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Ani waaʼee keessan wantan dubbadhuu fi wantan murteessu hedduu qaba. Dhugaa dubbachuuf, inni na erge dhugaa dha; ani wantootuman isa irraa dhagaʼe addunyaatti dubbachaan jira.”+

  • Yohaannis 15:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Garbichi tokko wanta gooftaan isaa godhu waan hin beekneef, ani kana booda garboota jedhee isin hin waamu. Kanaa mannaa, ani wantan Abbaa koo irraa dhagaʼe hunda waanan isin beeksiseef, michoota jedhee isin waameera.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2026 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi