-
Hojii Ergamootaa 9:1, 2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Saaʼol garuu barattoota Gooftaa rakkisuu fi isaan ajjeesuuf dhaadachaa+ gara luba ol aanaa dhaqe; 2 achiis dhiirotas taʼan dubartoota nama Daandii Gooftaa hordofu kam iyyuu yoo argate, hidhee gara Yerusaalemitti fiduu akka dandaʼuuf manneen sagadaa Damaasqoo jiranitti xalayaan akka isaaf barreeffamu gaafate.+
-
-
Hojii Ergamootaa 22:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Dhiirotaa fi dubartoota hidhee mana hidhaatti dabarsee kennuudhaan, namoota Daandii kana hordofan hanga duʼaatti ariʼadheera;+
-