-
Hojii Ergamootaa 19:9, 10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Haa taʼu malee, namoonni tokko tokko mata jabeeyyii taʼuudhaan amanuu didanii Daandicha+ namoota duratti yommuu arrabsan isaan irraa fagaate;+ achiis barattoota isaan irraa adda baasee, guyyuma guyyaadhaan galma mana barumsaa Xiraanos keessatti haasaa isaaniif kenna ture. 10 Wanti kun waggaa lamaaf waan itti fufeef, Yihudootas taʼan Giriikota, namoonni koonyaa Eeshiyaa keessa jiraatan hundi dubbii Gooftaa ni dhagaʼan.
-