Baʼuu 10:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Achiis Yihowaan Museedhaan akkana jedhe: “Ani mallattoowwan koo kana isa duratti argisiisuuf jecha,+ innii fi tajaajiltoonni isaa garaan isaanii didaa akka taʼu waanan heyyameef,+ gara Faraʼoonitti ol seeni; Baʼuu 14:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Ani Faraʼoon garaan isaa didaa akka taʼu nan heyyama;+ innis isaaniin ni ariʼa; anis Faraʼoonii fi guutummaa raayyaa waraanaa isaatti fayyadamee ofii kootiif ulfina nan argadha;+ warri Gibxiis ani Yihowaa taʼuu koo dhugumaan ni beeku.”+ Kanaafuu, isaan akkanuma ni godhan.
10 Achiis Yihowaan Museedhaan akkana jedhe: “Ani mallattoowwan koo kana isa duratti argisiisuuf jecha,+ innii fi tajaajiltoonni isaa garaan isaanii didaa akka taʼu waanan heyyameef,+ gara Faraʼoonitti ol seeni;
4 Ani Faraʼoon garaan isaa didaa akka taʼu nan heyyama;+ innis isaaniin ni ariʼa; anis Faraʼoonii fi guutummaa raayyaa waraanaa isaatti fayyadamee ofii kootiif ulfina nan argadha;+ warri Gibxiis ani Yihowaa taʼuu koo dhugumaan ni beeku.”+ Kanaafuu, isaan akkanuma ni godhan.