Fakkeenya 11:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Namni tokko arjummaadhaan ni kenna,* dhuma irrattis wanta dabalataa ni argata,+Namni kan biraan immoo wanta kennamuu qabu ni dhowwata, garuu ni hiyyooma.+ Fakkeenya 19:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Namni rakkataatti gaarummaa argisiisu Yihowaadhaaf liqeessa,+Innis wanta inni godheef gatii isaa isaaf ni deebisa.*+ Fakkeenya 22:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Nyaata isaa hiyyeessaaf waan hiruuf,Namni arjaan* ni eebbifama.+ Lallaba 11:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Daabboo kee bishaan irratti darbadhu;*+ guyyoota hedduu booda deebitee isa ni argatta.+ Luqaas 6:38 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 38 Kennaa, namoonnis isiniif ni kennu.+ Isaan safartuu gaarii gad dhiibamee, sochoofamee irraa dhangalaʼuun safaranii kaasuu* keessanitti isiniif kennu. Sababiin isaas, safartuu isin itti safartanitti isaanis deebisanii isiniif safaru.”
24 Namni tokko arjummaadhaan ni kenna,* dhuma irrattis wanta dabalataa ni argata,+Namni kan biraan immoo wanta kennamuu qabu ni dhowwata, garuu ni hiyyooma.+
17 Namni rakkataatti gaarummaa argisiisu Yihowaadhaaf liqeessa,+Innis wanta inni godheef gatii isaa isaaf ni deebisa.*+
38 Kennaa, namoonnis isiniif ni kennu.+ Isaan safartuu gaarii gad dhiibamee, sochoofamee irraa dhangalaʼuun safaranii kaasuu* keessanitti isiniif kennu. Sababiin isaas, safartuu isin itti safartanitti isaanis deebisanii isiniif safaru.”