-
1 Tasalonqee 4:16, 17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 sababiin isaas, Gooftaan ofuma isaatiin sagalee ajajaatiin, sagalee hogganaa maleekotaa+ fi malakata Waaqayyootiin samii irraa gad ni buʼa; warri Kiristoosii wajjin tokkummaa qabaatanii duʼanis jalqaba ni kaʼu.+ 17 Sana booda nuti warri lubbuudhaan turru, isaanii wajjin taʼuu fi qilleensa irratti Gooftaa wajjin wal arguuf+ duumessaan ol ni butamna;+ akka kanaan yeroo hunda Gooftaa wajjin ni jiraanna.+
-