20 inni humna kanaan Kiristoosiin warra duʼan keessaa kaasee iddoowwan samii keessatti karaa mirga isaa akka taaʼu godheera;+ 21 sirna ammaa keessatti qofa utuu hin taʼin sirna dhufu keessattis, mootummaa, aangoo, humna, gooftummaa fi maqaa moggaafamuu dandaʼu hundumaa gararraatti ol isa qabeera.+