Faarfannaa 99:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 99 Yihowaan Mootii taʼeera.+ Saboonni haa romʼan. Inni kiruubelotaa olitti* teessoo irra taaʼeera.+ Lafti haa raafamtu. Zakkaariyaas 14:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Yihowaan guutummaa lafaa irratti Mootii ni taʼa.+ Guyyaa sanatti Yihowaan tokko,+ maqaan isaas tokko ni taʼa.+ Mulʼata 19:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Anis sagalee sagalee namoota hedduu, sagalee bishaanota hedduu fi sagalee kakawwee guddaa fakkaatu nan dhagaʼe. Isaan akkana jedhan: “Waaqni keenya Yihowaan* Inni Hundumaa Dandaʼu+ mootii taʼee bulchuu waan jalqabeef+ Yaahiin jajadhaa!*+
99 Yihowaan Mootii taʼeera.+ Saboonni haa romʼan. Inni kiruubelotaa olitti* teessoo irra taaʼeera.+ Lafti haa raafamtu.
9 Yihowaan guutummaa lafaa irratti Mootii ni taʼa.+ Guyyaa sanatti Yihowaan tokko,+ maqaan isaas tokko ni taʼa.+
6 Anis sagalee sagalee namoota hedduu, sagalee bishaanota hedduu fi sagalee kakawwee guddaa fakkaatu nan dhagaʼe. Isaan akkana jedhan: “Waaqni keenya Yihowaan* Inni Hundumaa Dandaʼu+ mootii taʼee bulchuu waan jalqabeef+ Yaahiin jajadhaa!*+