LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Roomaa 13:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Isin yeroo isaa waan beektaniif kana raawwadhaa; yeroo amantoota itti taane caalaa amma fayyinni keenya waan dhihaateef, saʼaatiin itti hirribaa dammaqxan amma.+

  • Ibroota 9:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 haaluma wal fakkaatuun, Kiristoos cubbuu namoota hedduu baachuuf+ yeroo hundumaatiif akka taʼutti al tokkicha of dhiheesseera; yeroo lammataatiif kan dhufu garuu cubbuu balleessuuf utuu hin taʼin, warra fayyina argachuuf cimsanii isa eeggatanitti mulʼachuufi.+

  • 1 Pheexiros 1:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 isin amantii waan qabdaniif, fayyina bara dhumaatti humna Waaqayyootiin mulʼatu sanaaf eegamtaniittu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2026 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi