Isaayyaas 11:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Latiin+ gufuu Issey+ keessaa ni baʼa,Wanti hidda+ isaa irraa biqilus firii ni godhata. Isaayyaas 11:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Guyyaa sanatti hiddi Issey+ sabootaaf mallattoo*+ taʼee dhaabbata. Saboonnis qajeelfama argachuuf gara isaatti garagalu,*+Bakki boqonnaa isaas ulfina qabeessa ni taʼa. Isaayyaas 53:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Inni akkuma latii+ isa* dura jiruutti, akkuma hidda lafa gogaa keessaa baʼeetti ni dhufa. Inni dhaabbii nama hawwatus taʼe simboo hin qabu;+Yommuu isa arginettis bifti isaa ofitti nu hin harkisne.* Ermiyaas 23:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Yihowaan akkana jedha: “Kunoo, guyyaan ani Daawitiif latii* qajeelaa itti kaasu ni dhufa.+ Mootiin ni bulcha;+ inni hubannaa ni argisiisa; biyyattii keessattis haqaa fi qajeelummaa ni raawwachiisa.+ Ermiyaas 33:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Bara sanattii fi yeroo sanatti latii* qajeelaan tokko Daawitiif akka latu nan godha;+ innis biyyattii keessatti haqaa fi qajeelummaa ni fida.+ Mulʼata 5:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Haa taʼu malee, jaarsolii sana keessaa inni tokko, “Hin booʼin. Kunoo, Leenci gosa Yihudaa,+ hiddi+ Daawit,+ maraa kitaabaa kana hiikuu fi chaappaawwan isaa torban banuuf injifateera”+ naan jedhe.
10 Guyyaa sanatti hiddi Issey+ sabootaaf mallattoo*+ taʼee dhaabbata. Saboonnis qajeelfama argachuuf gara isaatti garagalu,*+Bakki boqonnaa isaas ulfina qabeessa ni taʼa.
2 Inni akkuma latii+ isa* dura jiruutti, akkuma hidda lafa gogaa keessaa baʼeetti ni dhufa. Inni dhaabbii nama hawwatus taʼe simboo hin qabu;+Yommuu isa arginettis bifti isaa ofitti nu hin harkisne.*
5 Yihowaan akkana jedha: “Kunoo, guyyaan ani Daawitiif latii* qajeelaa itti kaasu ni dhufa.+ Mootiin ni bulcha;+ inni hubannaa ni argisiisa; biyyattii keessattis haqaa fi qajeelummaa ni raawwachiisa.+
15 Bara sanattii fi yeroo sanatti latii* qajeelaan tokko Daawitiif akka latu nan godha;+ innis biyyattii keessatti haqaa fi qajeelummaa ni fida.+
5 Haa taʼu malee, jaarsolii sana keessaa inni tokko, “Hin booʼin. Kunoo, Leenci gosa Yihudaa,+ hiddi+ Daawit,+ maraa kitaabaa kana hiikuu fi chaappaawwan isaa torban banuuf injifateera”+ naan jedhe.