Qabiyyee
Ebla 15, 2008
Maxxansa Qayyabannaa
TORBAN MATADUREEWWAN ITTI QAYYABATAMAN:
Caamsaa 26, 2008–Waxabajjii 1, 2008
“Wanta Waa’ee Hin Baafne” Duukaa Hin Bu’inaa
FUULA 3
FAARFANNAA: 23 (48), 84 (190)
Waxabajjii 2-8, 2008
Karaa Hundumaan Qajeelfama Waaqayyoo Barbaadaa
FUULA 7
FAARFANNAA: 49 (114), 69 (160)
Waxabajjii 9-15, 2008
Dargaggootaa, Ammuma Uumaa Keessan Yaadadhaa
FUULA 12
FAARFANNAA: 68 (157), 82 (183)
Waxabajjii 16-22, 2008
Guyyoota Dhumaa Kanatti Gaa’elaafi Ijoollee Godhachuu
FUULA 16
FAARFANNAA: 52 (129), 72 (164)
Waxabajjii 23-29, 2008
Wanti Jireenyi Faayidaa Akka Qabaatu Godhu Maalidha?
FUULA 21
FAARFANNAA: 9 (26), 31 (67)
Kaayyoo Matadureewwan Qayyabannaa
Matadureewwan Qayyabannaa 1, 2 FUULA 3-11
Matadureewwan qayyabannaa kun lamaan ‘wanta waa’ee hin baafneefi’ Yihowaa akka hin tajaajilleef gufuu nutti ta’uu danda’an adda baasnee beekuuf nu gargaaru. Balaa salphaatti nu mudachuu danda’u, akkasumas sababawwan karaa hundumaan qajeelfama Yihowaa itti barbaaduu qabnu hedduun akka jiran ibsu.
Matadureewwan Qayyabannaa 3, 4 FUULA 12-20
Matadureewwan qayyabannaa lamaan jalqabarratti argaman, dargaggoonni murtoo jireenyasaaniirratti jijjiirama fidu yeroo godhan, Macaafni Qulqulluun akkamitti isaan gargaaruu akka danda’u kan ibsu ture. Matadureewwan kunimmoo, dargaggoonni gaa’ela ykn ijoollee godhachuu yeroo yaadan dhimmoota kanarratti qajeelfama Caaffata Qulqullaa’aa hojiirra ooluu danda’an kan isaaniif ibsudha.
Mataduree Qayyabannaa 5 FUULA 21-25
Matadureen qayyabannaa xumuraa kun maree yaada namaa kakaasuufi macaafa Lallabaarratti hundaa’e kan qabatedha. Wantoota namoonni biyya lafaa bakka guddaa kennaniifi dhimma dhugumaan jireenya keenya keessatti nu mudatan kan ibsudha.
AKKASUMAS BARRUU KANA KEESSATTI:
Addaan Baafamanii Jiraataniyyuu Hin Irraanfataman
FUULA 25
FUULA 29
Dubbiin Yihowaa Jiraataadha—Yaadawwan Ijoo Macaafa Yohaannis
FUULA 30