Qabiyyee
Ebla 15, 2010
Maxxansa Qayyabannaa
TORBAN MATADUREEWWAN ITTI QAYYABATAMAN:
Caamsaa 31, 2010–Waxabajjii 6, 2010
Dargaggootaa—Fedhii Yihowaa Tajaajiluuf Qabdan Guddifadhaa
FUULA 3
FAARFANNAA: 11, 41
Waxabajjii 7-13, 2010
Yihowaan Kaayyoosaa Galmaan Gaʼuuf Hafuura Qulqulluutti Kan Fayyadamu Akkamitti?
FUULA 7
FAARFANNAA: 43, 19
Waxabajjii 14-20, 2010
Wantoota Waaʼee Hin Baasnerraa Ija Keessan Deebisaa!
FUULA 20
FAARFANNAA: 29, 52
Waxabajjii 21-27, 2010
Guutummaatti Kiristos Duukaa Buʼaa Jirtuu?
FUULA 24
FAARFANNAA: 54, 17
KAAYYOO MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
MATADUREE QAYYABANNAA 1 FUULA 3-7
Yihowaan dargaggoonni akka dhaggeeffatan, akka barataniifi qajeelfamasaa akka hordofan afeera. Matadureen kun Macaafa Qulqulluu dubbisuun, kadhannaa gochuuniifi amalli gaariin dargaggoonni garaa guutuudhaan Yihowaa akka waaqeffatan akkamitti akka gargaaru ibsa.
MATADUREE QAYYABANNAA 2 FUULA 7-11
Wanti kaayyoon Yihowaa guutummaatti akka hin raawwatamne dhowwu tokkoyyuu akka hin jirre beekna. Matadureen kun, gaʼee hafuurri qulqulluun kaayyoo kana raawwachiisuuf kanaan dura, yeroo ammaafi gara fuulduraatti qabu ibsa.
MATADUREE QAYYABANNAA 3 FUULA 20-24
Sirni Seexanni seerratu kun baduuf yeroo muraasni yommuu isa hafe kanatti, fakkiiwwan hariiroo Waaqayyoo wajjin qabnu nu jalaa mancaasan nutti roobu. Mataduree kana keessatti, wantoota kana keessaa tokko tokko maal akka taʼan, Seexanni isaanitti kana fayyadamuu maaliif akka taʼeefi isaanirraa of eeguu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe baranna.
MATADUREE QAYYABANNAA 4 FUULA 24-28
Hinaaffaa tajaajila Waaqayyoof qabnu eeguuf kan nu gargaaru maalidha? Kiristos duukaa buʼuu keenya itti fufuu yoo barbaanne amala namootaa kamirraa of eeguu qabna? Matadureen kun gaaffiiwwan barbaachisaa taʼan kanaaf deebii kenna.
MATADUREEWWAN DABALATAA:
Yihowaan Akka Si Gaafatu Ni Heyyamtaa? 13
Qorumsa Dandaʼuun Amanannaa Yihowaarratti Qabnu Nuu Cimseera 16
Yihowaan “Nagaa” Akka Taatu Barbaada 29