Hagayya 8-14
FAARFANNAA 92-101
Faarfannaa 28 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Dulluma Keessa Karaa Hafuuraa ni Lalisuu”: (Daq. 10)
Far 92:12—Qajeeloonni karaa hafuuraa firii godhatu (w07-AM 9/15 32; w06-AM 7/15 13 key. 2)
Far 92:13, 14—Maanguddoonni humni isaanii daangeffamus karaa hafuura lalisuu ni dandaʼu (w14 1/15 26 key. 17; w04-AM 5/15 12 key. 9-10)
Far 92:15—Maanguddoonni warra kaan jajjabeessuuf muuxannoo isaaniitti fayyadamuu dandaʼu (w04-AM 5/15 12-14 key. 13-18)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Far 99:6, 7—Musee, Aaronii fi Saamuʼel fakkeenya gaarii kan taʼan maaliifi? (w15 7/15 8 key. 5)
Far 101:2—Mana keenya keessatti ‘garaa balleessaa hin qabneen jiraachuu’ jechuun maal jechuu dha? (w05-AM 11/1 24 key. 14)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Far 95:1–96:13
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) g16.3 fuula jalqabaa—Deebitee dhaquuf haala mijeessi.
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) g16.3 fuula jalqabaa—Deebitee dhaquuf haala mijeessi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) bh 161-162 key. 18-19—Baratichi wanta barate akkamitti akka hojii irra oolchu akka hubatu gargaari.
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Maanguddootaa—Gaʼee Guddaa Qabdu (Far 92:12-15): (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Maanguddootaa—Gaʼee Guddaa Qabdu jedhu taphachiisi. Achiis dhaggeeffattoonni barumsa argatan ilaalchisee yaada akka kennan gaafadhu. Maanguddoonni ogummaa fi muuxannoo isaanii dargaggootaaf akka hiran jajjabeessi. Dargaggoonni murtoo guguddaa yommuu godhan maanguddoota gorsa akka gaafatan jajjabeessi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) ia boq. 11 key. 12-20,fi irra deebii boqonnichaa
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 27 fi Kadhannaa