Adoolessa 22-28
1 XIMOTEWOS 1-3
Faarfannaa 103 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Hojii Gaariidhaaf Carraaqaa”: (Daq. 10)
[Viidiyoo Beeksisa Kitaaba 1 Ximotewos jedhamu taphachiisi.]
1Xi 3:1—Obboloonni ilaaltuu ol aanaa taʼuuf akka carraaqan jajjabeeffamaniiru (w16.08 21 key. 3)
1Xi 3:13—Obboloonni haala gaariidhaan tajaajilan eebba hedduu argatu (km-E 9/78 4 key. 7)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
1Xi 1:4—Phaawulos, Ximotewos hidda dhalootaatiif xiyyeeffannaa akka hin kennine kan isa akeekkachiise maaliifi? (it-1-E 914-915)
1Xi 1:17—“Mootii bara baraa” jedhamee waamamuu kan dandaʼu Yihowaa qofadha kan jennu maaliifi? (cl 13 key. 15)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) 1Xi 2:1-15 (th qoʼannaa 10)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Deddeebii Gaaffii Lammaffaa—Viidiyoo: (Daq. 5) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.
Deddeebii Gaaffii Lammaffaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 2)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5 ykn isaa gad) lvs-AM 47-48 key. 6-7 (th qoʼannaa 6)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Dargaggoonni Hojii Ijaarsaa Waarwiik Irratti Hirmaatan Yihowaadhaaf Ulfina Kennaniiru: (Daq. 6) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis gaaffiiwwan armaan gadii irratti mariʼadhaa:
Obboloonni dargaggoota taʼan ijaarsa Waarwiik Betʼel irratti gargaarsa kan godhan akkamitti? Faayidaa kan argatan hoo akkamitti?
Obboloonni dargaggoota taʼan gumii keessatti Yihowaadhaaf ulfina kennuuf carraa akkamii qabu?
“Isaan Irraa Maal Barachuu Dandeessu?”: (Daq. 9) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Obboloota Muuxannoo Qaban Kabajaa jedhamu taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 57
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 57 fi Kadhannaa