Gaaffilee Dargaggootaa fi Deebii Isaaniif Kenname, Jildii 1ffaa Qola Keessaa Fuula Mataduree/Fuula Ibsa Qopheessitootaa Qabate Qabiyyee Deebii Isaaniif Kenname Qabiyyee Kitaabichaa KUTAA 1 Hariiroo Maatii Kee Wajjin Qabdu Warra Koo Haasofsiisuu Kanan Dandaʼu Akkamitti? Yeroo Hunda kan Wal Falminu Maaliifi? Bilisummaa Dabalataa Argachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti? Abbaan Koo fi Haati Koo kan Wal Hiikan Maaliifi? Haati Koo ykn Abbaan Koo Deebiʼanii Gaaʼela Yoo Dhaabbatan Maal Gochuun Qaba? Obbolaa Koo Wajjin Walii Galee Jiraachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti? Nama Fakkeenya Taʼu—Yaaqoob Of Dandaʼee Jiraachuuf Qophaaʼeeraa? Yaadannoo Dhuunfaa—Hariiroo Maatii Kee Wajjin Qabdu KUTAA 2 Eenyummaa Kee Hiriyoota Gaarii Qabaachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti? Qorumsa Dandamachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti? Fayyaa Kootiif Kunuunsa Gochuu Kanan Qabu Maaliifi? Uffata Akkamii Uffadhu? Ofitti Amanannaa Koo Guddifachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti? Dhiphina Dandamachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti? Nama Fakkeenya Taʼu—Iyyoob Maaliifan Duʼee hin Obbaafadhu? Hamma Tokko Bilisummaa Barbaaduun Dogoggoraa? Hamma Kana Gadduun Koo Sirriidhaa? Yaadannoo Dhuunfaa—Eenyummaa Kee KUTAA 3 Mana Barumsaa Keessattii fi Alatti Mana Barumsaatti Waaʼee Amantii Kootii Dubbachuun kan Na Sodaachisu Maaliifi? Haala Dhiphisaa Mana Barumsaatti Na Mudatu Dandamachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti? Barumsa Addaan Kutuun Qabaa? Barsiisaa koo Wajjin Walii Galuu Kanan Dandaʼu Akkamitti? Nama Fakkeenya Taʼu—Musee Yeroo Kootti Ogummaadhaan Fayyadamuu Kanan Dandaʼu Akkamitti? Garaagarummaan Aadaa Yeroo Jiraatu Maal Gochuun Dandaʼa? Yaadannoo Dhuunfaa—Mana Barumsaa Keessattii fi Alatti KUTAA 4 Saalqunnamtii, Naamusaa fi Jaalala Sodoomummaa Ilaalchisee Wanta Kitaabni Qulqulluun Dubbatu Ibsuu Kanan Dandaʼu Akkamitti? Saalqunnamtiin Caalaatti Walitti Nu Dhiheessaa Laata? Barsiifata Maastarbeeshinii Moʼuu Kanan Dandaʼu Akkamitti? Namuma Argan Wajjin Saalqunnamtii Raawwachuun Rakkina Qabaa? Dhiironni kan Na hin Jaallanne Maaliifi? Dubartoonni kan Na hin Jaallanne Maaliifi? Jaalala Dhugaa Taʼuu Isaa Akkamittan Beeka? Dhuguma Gaaʼelaaf Qophoofneerraa? Nama Fakkeenya Taʼu—Ruut Miidhaa Gargar Baʼuun Keenya Narraan Geessise Dandamachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti? Namoota Miidhaa Saalaa Geessisanirraa Of Eeguu Kanan Dandaʼu Akkamitti? Yaadannoo Dhuunfaa—Saalqunnamtii, Naamusaa fi Jaalala KUTAA 5 Barsiifatawwan Nama Miidhan Sijaaraa Xuuxuu Ilaalchisee Maal Beekuun Qaba? Garmalee Dhuguun Miidhaa Qabaa? Araada Qoricha Sammuu Hadoochurraa Bilisa Baʼuu Kanan Dandaʼu Akkamitti? Yaadannoo Dhuunfaa—Barsiifatawwan Nama Miidhan KUTAA 6 Yeroo Boqonnaa Kee Meeshaalee Eleektiroonikii Fayyadamuun Araada Natti Taʼeeraa? Warri Koo Akkan Bashannanu kan Naaf hin Heyyamne Maaliifi? Yaadannoo Dhuunfaa—Yeroo Boqonnaa Kee KUTAA 7 Waaqeffannaa Kee Waaqeffannaa Koo Gammachiisaa Gochuu Kanan Dandaʼu Akkamitti? Galma Koorra Gaʼuu Kanan Dandaʼu Akkamitti? Nama Fakkeenya Taʼu-Ximotewos Yaadannoo Dhuunfaa—Waaqeffannaa Kee Kutaa Dabalataa—Gaaffilee Warri Gaafatan Baafata Gilgaalaa Duuba Qola Keessaa Qola Duubaa