B5
Godoo Qulqulluu fi Luba Ol Aanaa
Qabiyyee Godoo Qulqulluu
1 Taabota (Bau 25:10-22; 26:33)
2 Golgaa (Bau 26:31-33)
3 Utubaa Golgaa (Bau 26:31, 32)
4 Kutaa Qulqulluu (Bau 26:33)
5 Kutaa Hundumaa Caalaa Qulqulluu Taʼe (Bau 26:33)
6 Golgaa Balbalaa (Bau 26:36)
7 Utubaa Golgaa Balbalaa (Bau 26:37)
8 Miiloo Sibiila Diimaa Uraa Qabuu (Bau 26:37)
9 Iddoo Aarsaa Ixaanaa (Bau 30:1-6)
10 Minjaala Daabboo Ilaalchaa (Bau 25:23-30; 26:35)
11 Baattuu Ibsaa (Bau 25:31-40; 26:35)
12 Huccuu Dunkaanaa Quncee Talbaa (Bau 26:1-6)
13 Huccuu Dunkaanaa Rifeensa Reʼee (Bau 26:7-13)
14 Gogaa Korbeessa Hoolaa (Bau 26:14)
15 Gogaa Tahaash (Bau 26:14)
16 Maqaanii (Bau 26:15-18, 29)
17 Miiloo Meetii Uraa Qabuu fi Maqaanii Jala Oolu (Bau 26:19-21)
18 Danqaraa (Bau 26:26-29)
19 Miiloo Meetii Uraa Qabu (Bau 26:32)
20 Miʼa Bishaanii Sibiila Diimaa (Bau 30:18-21)
21 Iddoo Aarsaa Aarsaa Gubamuu (Bau 27:1-8)
22 Mooraa (Bau 27:17, 18)
23 Balbala (Bau 27:16)
24 Golgaa Quncee Talbaa (Bau 27:9-15)
Luba Ol Aanaa
Baʼuu boqonnaa 28 irratti uffanni luba ol aanaa Israaʼel balʼinaan ibsameera
Marata Mataa (Bau 28:39)
Mallattoo Qulqulluu kan Murteeffaman Taʼuu Argisiisu (Bau 28:36; 29:6)
Dhagoota Oniiksii (Bau 28:9)
Funcaa (Bau 28:14)
Kiisii Qomaa Murtoo Waaqayyoo Beekuuf Gargaaruu fi Dhagoota Gatii Guddaa Qaban 12 of Irraa Qabu (Bau 28:15-21)
Qoloo Bifa Cuquliisaa (Bau 28:31)
Bilbilaa fi Romaanota (Bau 28:33-35)
Uffata Dheeraa Quncee Talbaa Baʼeessa Taʼe Irraa Bifa Roga Afuriin Dhaʼame (Bau 28:39)