2 Saamuʼel 21:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Abishaay+ ilmi Zeruuyaas yeruma sana Daawitiin gargaaree+ Filisxeemicha rukutee ajjeese. Yeroo kanatti namoonni Daawit, “Kana booda nuu wajjin gara waraanaa dhaquu hin qabdu!+ Ibsaa Israaʼel dhaamsuu hin qabdu!”+ jedhanii isaaf kakatan.
17 Abishaay+ ilmi Zeruuyaas yeruma sana Daawitiin gargaaree+ Filisxeemicha rukutee ajjeese. Yeroo kanatti namoonni Daawit, “Kana booda nuu wajjin gara waraanaa dhaquu hin qabdu!+ Ibsaa Israaʼel dhaamsuu hin qabdu!”+ jedhanii isaaf kakatan.