-
Isaayyaas 37:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Amma garuu yaa Waaqa keenya Yihowaa, mootummoonni lafa irraa hundi ati qofti Waaqa taʼuu kee akka beekaniif, yaa Yihowaa, harka isaa jalaa nu oolchi.”+
-
-
Miilkiyaas 1:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 “Sababiin isaas, baha biiftuu irraa kaasee hamma lixa biiftuutti* maqaan koo saboota gidduutti guddaa ni taʼa.+ Maqaan koo saboota gidduutti guddaa waan taʼuuf, iddoo hundumaatti aarsaawwan ni aarfamu, kennaawwanis kennaa qulqulluu taʼanii ulfina maqaa kootiif ni dhihaatu”+ jedha Yihowaan Gooftaan Raayyaa.
-