-
Lakkoofsa 22:32Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
32 Yeroo kanatti maleekaan Yihowaa akkana isaan jedhe: “Harree kee akkanatti siʼa sadii kan rukutte maaliifi? Karaan kee fedhii kootiin kan mormu waan taʼeef, kunoo, anumti si dhowwuuf dhufeera.+
-
-
2 Pheexiros 2:15, 16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Daandii isa sirrii dhiisanii, karaa irraa jalʼataniiru. Daandii Balaʼaam+ ilma Beʼor isa faayidaa argachuuf jedhee hammina hojjete+ sanaa hordofaniiru; 16 haa taʼu malee, inni seera cabsuu isaatiin kan kaʼe ifatameera.+ Harreen dubbachuu hin dandeenye afaan namaatiin dubbattee deemsa maraatummaa raajichaa ittisteetti.+
-