Ittiin Baafata
Fulbaana 15, 2012
© 2012 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania. Mirgi abbummaa seeraan eegamaadha.
Maxxansa Qayyabannaa
MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
ONKOLOOLESSA 22-28, 2012
Biyyi Lafaa Kan Badu Akkamitti?
FUULA 3 • FAARFANNAA: 49, 46
ONKOLOOLESSA 29, 2012–SADAASA 4, 2012
Nagaa Waggaa Kumaafi Sana Booda Jiru!
FUULA 8 • FAARFANNAA: 55, 12
SADAASA 5-11, 2012
Obsa Yihowaafi Yesus Argisiisanirraa Baradhaa
FUULA 18 • FAARFANNAA: 35, 4
SADAASA 12-18, 2012
“Guyyicha, Yerichas Hin Beektan”
FUULA 23 • FAARFANNAA: 43, 47
SADAASA 19-25, 2012
Yihowaan Sabasaa Gammadoo Taʼan Walitti Sassaaba
FUULA 28 • FAARAFANNAA: 20, 21
KAAYYOO MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
MATADUREEWWAN QAYYABANNAA 1, 2 FUULA 3-12
Yeroon wantoonni bakki guddaan kennamuuf itti raawwataman dhihaateera. Matadureewwan kun wantoota yaadachuu qabnu kudhan addeessu. Wantoota kana keessaa shanansaanii waaʼee badiisa sirna Seexanaa kan ibsan yommuu taʼu warri hafanimmoo waaʼee hundeeffamuu addunyaa haaraa ibsu.
MATADUREE QAYYABANNAA 3 FUULA 18-22
Hundi keenya yeroo itti sirni hamaan kun badee Jannanni raajiidhaan dubbatame dhufu hawwiidhaan eegna. Jiʼoota ykn waggoota hedduudhaaf eegaa kan jirru yoo taʼeyyuu, obsa qabaachuun kan barbaachise maaliifi? Matadureen kun amala barbaachisaa taʼe kana horachuuf nu gargaara.
MATADUREE QAYYABANNAA 4 FUULA 23-27
Tajaajiltoonni Waaqayyoo hundi badiisa sirna hamaa kanaa hawwiidhaan eegu. Matadureen kun, guyyaa ykn yeroo dhumni itti dhufu beekuu dhiisuun keenya faayidaa akkamii akka qabu ibsa.
MATADUREE QAYYABANNAA 5 FUULA 28-32
Walgaʼiiwwan gurguddoon waaqeffannaa dhugaa keessatti gaʼee guddaa akka qaban baroota dheeraadhaaf mirkanaaʼeera. Matadureen kun walgaʼii gurguddaa bara duriifi bara keenyatti godhaman qora; faayidaa walgaʼii kanarratti argamuun nuuf argamsiisurrattis ni xiyyeeffata.
MATADUREEWWAN DABALATAA
13 Manneen Barnootaa Tiʼookraasii—Jaalala Yihowaaan Nuuf Qabu Mulʼisan
FAKKII QOLASAARRA JIRU: Obboloonni Filippiinsi, namoota hundaaf kanneen akka nama baajaajiidhaan deemuufi kaaba Luuzoon jiraatu akkasiitiif lallabuuf yaalu
FILIPPIINSI
BABALʼISTOOTA FILIPPIINSI
177,635
QAJEELCHITOOTA
29,699
BARA 2011TTI KAN CUUPHAMAN
8,586
AFAAN HOJIIN HIIKAA ITTI GEGGEEFFAMU
21