SAANDUQA 8B
Raajiiwwan Waaʼee Masiihichaa Dubbataman Sadan
1. ‘Isa Mirga Seeraa Qabu’ (Hisqiʼel 21:25-27)
BARA SABOOTAAF MURTEEFFAME (Dh.K.D. BARA 607–Dh.K.B. BARA 1914)
Dh.K.D. BARA 607—Zedeeqiyaan aangoo irraa buufame
Dh.K.B. BARA 1914—Yesuus inni Mootummaa Masiihichaa keessatti “mirga seeraa qabu” Mootii fi Tiksee taʼee muudame
2. ‘Tajaajilaan Koo Isaan ni Soora, Tiksee Isaaniis ni Taʼa’ (Hisqiʼel 34:22-24)
GUYYOOTA DHUMAA (Dh.K.B. BARA 1914–ARMAAGEDOON BOODA)
Dh.K.B. BARA 1914—Yesuus inni Mootummaa Masiihichaa keessatti “mirga seeraa qabu” Mootii fi Tiksee taʼee muudame
Dh.K.B. BARA 1919—Garbichi amanamaanii fi ogeessi hoolota Waaqayyoo akka tiksuuf muudameera
Dibamtoonni amanamoo taʼan Masiihicha isa mootii taʼe jalatti walitti qabamu; boodas tuuta uummataa guddaa wajjin tokko taʼu
ARMAAGEDOON BOODA—Eebbawwan karaa bulchiinsa Mootii kanaa dhufan bara baraaf itti fufu
3. Bara Baraaf ‘Mootiin Tokko Hunda Isaanii ni Bulcha’ (Hisqiʼel 37:22, 24-28)