LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 43
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Isaayyaas

      • Yihowaan saba isaa deebisee walitti qaba (1-7)

      • Waaqoliin ni qoraman (8-13)

        • “Isin dhugaa baatota koo ti” (10, 12)

      • Baabilon keessaa baʼuu (14-21)

      • “Himata keenya wal irratti haa dhiheessinu” (22-28)

Isaayyaas 43:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 100:3; Isa 43:15; 44:2, 21
  • +Isa 44:23; Er 50:34

Isaayyaas 43:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 14:29
  • +Iya 3:15, 16; 2Mo 2:8

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    11/2022, ful. 4

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    1/2019, ful. 3-4

Isaayyaas 43:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 19:5, 6
  • +Kes 7:8; Er 31:3

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    1/2019, ful. 3

Isaayyaas 43:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 41:10; 44:2; Er 30:10
  • +Kes 30:1-3; Fr 106:47; Isa 66:20; His 36:24; Mik 2:12; Zak 8:7

Isaayyaas 43:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 3:18
  • +Er 31:8

Isaayyaas 43:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 33:16
  • +Fr 100:3; Isa 29:23

Isaayyaas 43:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 6:9, 10; 42:18, 19

Isaayyaas 43:9

Miiljaleewwan

  • *

    Tarii wantoota jalqabaa gara fuulduraatti dhufan kan argisiisu taʼuu dandaʼa.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 41:1
  • +Isa 41:21, 22; 44:7
  • +1Mo 18:24, 25

Isaayyaas 43:10

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “amanamtaniif.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 1:8; Mul 1:5
  • +Kes 4:37
  • +Isa 41:4
  • +Isa 44:8

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 19

    Masaraa Eegumsaa,

    11/15/2014, ful. 21-22

Isaayyaas 43:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 6:4
  • +Isa 12:2; Hos 13:4; 1Xi 2:3; Yih 25

Isaayyaas 43:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 32:12
  • +Isa 46:9, 10

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    11/15/2014, ful. 21-22

Isaayyaas 43:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 41:4; Mul 1:8
  • +Kes 32:39
  • +Isa 14:27; Dan 4:35

Isaayyaas 43:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 44:6; 63:16
  • +Isa 54:5
  • +Isa 45:1, 2
  • +Er 50:10

Isaayyaas 43:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 89:18
  • +Isa 43:1
  • +Kes 33:5; Fr 74:12; Isa 33:22; Mul 11:17

Isaayyaas 43:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 14:16; Iya 3:13

Isaayyaas 43:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 15:4
  • +Er 51:39

Isaayyaas 43:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 42:9
  • +Isa 11:16; 40:3
  • +Isa 41:18

Isaayyaas 43:20

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 33:12; Isa 41:8; 1Ph 2:9
  • +Isa 41:17; Er 31:9

Isaayyaas 43:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 60:21

Isaayyaas 43:22

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 2:5; Hos 7:10; Mik 6:3
  • +Isa 64:7

Isaayyaas 43:23

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 66:3

Isaayyaas 43:24

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lew 3:14-16
  • +Isa 1:14, 15

Isaayyaas 43:25

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “gocha fincilaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 25:7; 79:8, 9; His 20:9
  • +Isa 1:18; Er 50:20
  • +Er 31:34

Isaayyaas 43:27

Miiljaleewwan

  • *

    Tarii barsiisota Seerichaa kan argisiisu taʼuu dandaʼa.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 28:7; Er 5:31

Isaayyaas 43:28

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 79:4; 137:3

Yaada Wal Simu

Isa. 43:1Fr 100:3; Isa 43:15; 44:2, 21
Isa. 43:1Isa 44:23; Er 50:34
Isa. 43:2Bau 14:29
Isa. 43:2Iya 3:15, 16; 2Mo 2:8
Isa. 43:4Bau 19:5, 6
Isa. 43:4Kes 7:8; Er 31:3
Isa. 43:5Isa 41:10; 44:2; Er 30:10
Isa. 43:5Kes 30:1-3; Fr 106:47; Isa 66:20; His 36:24; Mik 2:12; Zak 8:7
Isa. 43:6Er 3:18
Isa. 43:6Er 31:8
Isa. 43:7Er 33:16
Isa. 43:7Fr 100:3; Isa 29:23
Isa. 43:8Isa 6:9, 10; 42:18, 19
Isa. 43:9Isa 41:1
Isa. 43:9Isa 41:21, 22; 44:7
Isa. 43:91Mo 18:24, 25
Isa. 43:10HoE 1:8; Mul 1:5
Isa. 43:10Kes 4:37
Isa. 43:10Isa 41:4
Isa. 43:10Isa 44:8
Isa. 43:11Kes 6:4
Isa. 43:11Isa 12:2; Hos 13:4; 1Xi 2:3; Yih 25
Isa. 43:12Kes 32:12
Isa. 43:12Isa 46:9, 10
Isa. 43:13Isa 41:4; Mul 1:8
Isa. 43:13Kes 32:39
Isa. 43:13Isa 14:27; Dan 4:35
Isa. 43:14Isa 44:6; 63:16
Isa. 43:14Isa 54:5
Isa. 43:14Isa 45:1, 2
Isa. 43:14Er 50:10
Isa. 43:15Fr 89:18
Isa. 43:15Isa 43:1
Isa. 43:15Kes 33:5; Fr 74:12; Isa 33:22; Mul 11:17
Isa. 43:16Bau 14:16; Iya 3:13
Isa. 43:17Bau 15:4
Isa. 43:17Er 51:39
Isa. 43:19Isa 42:9
Isa. 43:19Isa 11:16; 40:3
Isa. 43:19Isa 41:18
Isa. 43:20Fr 33:12; Isa 41:8; 1Ph 2:9
Isa. 43:20Isa 41:17; Er 31:9
Isa. 43:21Isa 60:21
Isa. 43:22Er 2:5; Hos 7:10; Mik 6:3
Isa. 43:22Isa 64:7
Isa. 43:23Isa 66:3
Isa. 43:24Lew 3:14-16
Isa. 43:24Isa 1:14, 15
Isa. 43:25Fr 25:7; 79:8, 9; His 20:9
Isa. 43:25Isa 1:18; Er 50:20
Isa. 43:25Er 31:34
Isa. 43:27Isa 28:7; Er 5:31
Isa. 43:28Fr 79:4; 137:3
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
  • 27
  • 28
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Isaayyaas 43:1-28

Isaayyaas

43 Yaa Yaaqoob, Uumaan kee,

Yaa Israaʼel, Yihowaan inni si tolche+ akkana jedha:

“Ani waanan si fureef,+ hin sodaatin.

Ani maqaa keetiin si waameera.

Ati kan koo ti.

 2 Ati yommuu bishaan keessa ceetu ani sii wajjin nan taʼa.+

Yommuu lageen keessa ceetus isaan si hin liqimsan.+

Ati yommuu ibidda keessa darbitu hin gubattu,

Laboobni isaas si hin waxalu.

 3 Sababiin isaas, ani Waaqni kee Yihowaan,

Inni Qulqulluun kan Israaʼel, Fayyisaa kee ti.

Ani Gibxii furii godhee siif kenneera,

Itoophiyaa fi Seebaas bakka kee kenneera.

 4 Sababiin isaas, ati na duratti bakka guddaa ni qabaatte,+

Ulfina ni argatte, anis sin jaalladhe.+

Kanaafuu, ani namoota bakka kee,

Sabootas bakka lubbuu keetii nan kenna.

 5 Ani sii wajjin waanan jiruuf, hin sodaatin.+

Sanyii kee baha irraa nan fida,

Dhiha irraas walitti isin nan qaba.+

 6 Ani kaabaan, ‘Isaan gadhiisi!’ nan jedha.+

Kibbaanis akkana nan jedha: ‘Isaan hin qabatin.

Ilmaan koo fagoo irraa, ijoollee durbaa koos andaara lafaa irraa fidi;+

 7 Hundi isaanii iyyuu maqaa kootiin kan waamaman,+

Warran ulfina kootiif uume,

Warran tolchee fi warran uume dha.’+

 8 Namoota utuma ija qabanii jaamaa taʼan,

Utuma gurra qabaniis duudaa taʼan gad baasi.+

 9 Saboonni hundi bakka tokkotti haa sassaabaman,

Namoonnis walitti haa qabaman.+

Isaan gidduudhaa kana dubbachuu kan dandaʼu eenyu?

Yookiin isaan wantoota jalqabaa* nu dhageessisuu ni dandaʼuu?+

Sirrii taʼuu isaanii mirkaneessuuf dhugaa baatota isaanii haa dhiheeffatan

Yookiin dhagaʼanii, ‘Kun dhugaa dha!’ haa jedhan.”+

10 Yihowaan akkana jedha: “Isin dhugaa baatota koo ti,+

Eeyyee, tajaajilaa koo isan filadhe dha;+

Kunis, isin akka beektanii fi akka natti amantaniif,*

Ani isuma taʼuu koos akka hubattaniifi.+

Ana dura Waaqni hin tolfamne,

Ana boodas hin jiru.+

11 Ani, ani Yihowaa dha,+ ana malee fayyisaan hin jiru.”+

12 “Ani isa yeroo waaqni ormaa isin gidduu hin turretti+

Wanta raawwatamu labse, isa isin oolchee fi wanta kana beeksise sana dha.

Kanaafuu, isin dhugaa baatota koo ti” jedha Yihowaan, “Ani Waaqa dha.+

13 Kana malees, ani yeroo hundumaa isuma sana;+

Harka koo keessaa wanta tokko illee fudhachuu kan dandaʼu hin jiru.+

Tarkaanfii ani fudhadhu eenyutu hambisuu dandaʼa?”+

14 Yihowaan inni isin furu,+ Inni Qulqulluun kan Israaʼel+ akkana jedha:

“Ani isiniif jedhee raayyaa waraanaa tokko gara Baabilonitti nan erga, danqaraawwan karra hundumaas nan diiga,+

Kaladoonnis dooniiwwan isaanii keessatti dhiphinaan ni iyyu.+

15 Ani Yihowaa, Isa Qulqulluu+ keessan, isa Uumaa Israaʼelii+ fi Mootii keessan taʼe dha.”+

16 Yihowaan inni galaana keessatti daandii qopheessu,

Inni bishaan jeeqamu keessatti illee karaa qopheessu,+

17 Inni gaarii fardaa waraanaa fi farda,+

Akkasumas raayyaa waraanaa loltoota jajjaboo wajjin gad baasu akkana jedha:

“Isaan ni ciisu, hin kaʼanis.+

Isaan akkuma foʼaa bobaʼuutti ukkaamamanii ni dhaamu.”

18 “Wantoota kanaan duraa hin yaadatinaa,

Wantoota darban irrattis hin xiinxalinaa.

19 Kunoo, ani wanta haaraa nan raawwadha;+

Inni ammuma illee jalqabeera.

Isin kana hin hubannee?

Ani lafa onaa keessatti daandii,+

Gammoojjii keessattis lageen nan qopheessa.+

20 Bineensonni bosonaa,

Sardiidonnii fi guchiiwwan ulfina naaf ni kennu;

Sababiin isaas, sabni koo, inni ani filadhe+ akka dhuguuf,

Lafa onaa keessatti bishaan,

Gammoojjii keessattis lageen nan qopheessa;+

21 Isaan waaʼee ulfina kootii akka labsaniif,

Saba ani ofii kootiif tolfadhe dha.+

22 Yaa Israaʼel, ati waan na nuffiteef,+

Yaa Yaaqoob, ati na hin waammanne.+

23 Ati aarsaawwan kee warra guutummaatti gubamaniif akka taʼanitti hoolota naaf hin fidne

Yookiin aarsaawwan keetiin ulfina naaf hin kennine.

Ani kennaa akka naa fiddu si hin dirqisiisne,

Ixaana adii akka naa kennitu si gaafachuudhaanis si hin nuffisiisne.+

24 Ati maallaqa keetiin marga urgaaʼu naaf hin binne,

Cooma aarsaawwan keetiitiinis na hin quubsine.+

Kanaa mannaa, cubbuu kee natti feete,

Balleessaa keetiinis na nuffisiiste.+

25 Ani, eeyyee, ani ofii kootiif jedhee+ yakka* kee nan haqa,+

Cubbuu kees hin yaadadhu.+

26 Na yaadachiisi; himata keenya wal irratti haa dhiheessinu;

Sirrii taʼuu kee mirkaneessuuf dhimma kee dubbadhu.

27 Abbaan keessan inni jalqabaa cubbuu ni hojjete,

Warri isiniif dubbatan* sunis ana irratti fincila kaasan.+

28 Kanaan kan kaʼes, ani bulchitoota iddoo qulqulluu sanaa nan xureessa,

Yaaqoobiin badiisatti,

Israaʼeliin arrabsootti dabarsee nan kenna.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi